Xinxala Ibsa Dh.D.U.O

0
824
TPLF OPDO

Ka yeroo dheeraaf mormiin mudate, plaaniin qindaa’aan magaalaa Finfinnee fi godinaa addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee guutummaatti  akka hafu murteesse – jechuudhaan, koreen gidduu-galeessaa Dhaabbata Dimookiraatawa Uummata Oromoo dheengadda ibsa baasee jira.

TPLF OPDOMurtiin paartichaa, mormii gara baatiilee lamaaf Oromiyaa keessatti geggeessamaa turee fi ajjeefamuu namoota dhibba tokkoo fi afurtamaa olii dhaqqabsiiseef hagam deebii ta’uu danda’a? Mormitoonni Oromiyaa keessaa fi miidiyaaleen mormicha tumsan ibsa hoogganni DhDUO baase kana akkamitti simate? Daayirektora Ol’aamaa Oromiyaa Miidiyaa Neetwoorkii fi xiinxalaa siyaasaa. Jawaar Mohaammadii fi kan  yaaddoo nageenya isaaf jecha akka maqaan isaa raadiyooo irratti himamu hin fedhiin – Yunivarsitii Finfinneetti barataa seeraa, deebii gama isaanii nuuf kennanii jiran. Listen

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here