Heavy gun fire exchange in Waddessaa area near Ambo since yesterday!

0
455

Ambo-University-Ethiopia@OromoProtests‬ Wadessa near Ambo ( West Shawa). The conflict started three days ago in Galan-Wadessa village and spread to other vicinities. Soldiers began beating young men singing during Timket celebration chasing them through villages. Farmers asked them to leave their children alone. But the soldiers continued their harrassment into yesterday and shot 3 young men. Farmers then were enraged telling the military they won’t sit by and watch while they hunt their children like wild animal. This led to gun battle between farmers and local militia on one side and the Agazi forces on the other. Two farmers and three soldiers were killed. Also 4 soldiers and several farmers sustained wound. This is what has happened yesterday. It has not been possible to details of what has happened today except the conflict has continued and death toll from both side is expected to be much higher. Sources have reported seeing scores of military vehicles burned in Diki village located Galan-Wadessa and Ambo city. ( Similar conflict is going in Gindabarat, and I will get to you with details from there)

Note: this conflict might seem slowing down, but in reality its moving into a new phase. Unless the regime withdraws the military forces from villages and towns, the ongoing harassment of youth and sexual assault against women is going to fuel further escalation.
===============
Haala Wadeessatti ta’aa jiru hamma tokko qulqulleeffannee jira. Waldhabdeen kan eegale ganda Galaan Waddeessaa keessatti aduu ximqataa ture. Loltoonni Agaazii dargaggoota lamaa sadihin ayyaanarraa galan reebuutti seenan. Ummanni ilmaan keenya nu jalatti reebuu dhiisaa jedheen. Loltoonni garuu guyyaa lammataa, jechuunis, kaleessas joollee ganda keessa deemanii reebuu itti fufan. Yeroo kana qonnaan bultoonni hamma isin daa’imman keenya mana keessaa akka bosonuu adamsitan hin laallu jechuun walitti bahan. Dhukaasa walitti banameen qonnaan bultoonni lamaafi Agaaziin sadi battalumatti du’a. Agaazin afuriifi qonnan bultoonni heddunis ni madaayan. Kun kan kaleessa ta’eedha. Har’a lolli daran hammaatee itti fufee jira. Waan ta’e garuu guututti hin arganne. Ragaan ijaa tokko ganda Dikii jedhamtu tan Galaan-Waddeessaatifi Ambo jiddutti argamtu keessatti konkolaataan waraanaa hedduun gubatee arguu nuuf himee jira. ( Gindabarat keessattis haaluma walfakkaatutu jira. Qorannee guutuu isaa isiniif gabaasna)

Hubachiisa; waldhibdeen Oromiyaa keessaa waan qabbanaaye yoo fakkaatees bifa haarayaan sadakaa biratti cehuuf jira. Wayyaaeen loltoota ishee magaalotaafi gandoota baadiyyaa keessaa baasuu baattee reebichiifi dirqisiisanii gudeedun dubartootaa kunwaan itti fufeef,qonnaan bulaan keenya humna qabuun kabajaa ofii eegsisutti cehaa jira. Tarkaanfii ummanni dirqamaan itti seenaa jiru kana namuu bakka jiruu waan danda’uun gargaaruu qaba.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here