Update Waddeessa,Ambo district, West Shawa

0
325

Ambo-University-Ethiopia‪#‎OromoProtests‬ update Waddeessa ( Ambo district, West Shawa)
– On of those killed has been identified as Birhanu Gaddis. He was killed yesterday January 23, 2016 in Karra kebele ( village) at an area known as Guniya or Fafama.
-Persons identified as Chuche Bakana Bayansa, Hundessa Lelisa Sirri and Abara Sisaye Hayle were shot and wounded in Galan-Wadessa village at area known as Caffe Elemee. Chuche is a student was born in Diki village. Hundessa is also student born in Ganji village. Abara is also student born in Galan Wadessa village. The local clinic referred these victims to Ambo hospital but the soldiers prevented ambulances from going into Wadessa and also blocked farmers carrying them from reaching Ambo.( Dozens of people who have have been wounded over the last three days in Wadessa and Jaldu have been prevented from being taken to Ambo hospital presumably to hide the crime and avert renewed protest in Ambo)
-More than 60 people have been arrested by the military and currently held in Ambo Kebele 06.

These are just those whom full we have been able to obtain full information. Casualty has been very high and we will update as infromation comes and verified.
========
“Falmiin wiirtuu waddeessaatti Mootummaa abbaa hirree fi uummata haqa isaaf falmatu gidduutti geggeeffamaa jiru irratti qeerroowwan Oromoo armaan gadee madoo fi kan wareegamanidha
– Dargaggoo Biraanuu Gaaddisaa gaafa 23/1/2016 Ganda kaarraa naannoo guuniyaa ykn Faafama jedhamutti raasaan rukutamee wareegameera.
– ,Barataa Chuuchee Baqqaanaa Bayyansaa ganda Galan waddeessaa naannoo caffee Elemee jedhamutti rasaasaan rukutame kellaa fayyatti wal’ansa amma tokko argeetuyyuu gara hospitaala Amboo akka hin deemne karaatti duwwameera (bakka dhalootaa g Ganda Dikii)
– Barataa Hundeessaa Leellisaa Sirrii bakkuma Chuucheen rukutamatti rasaasaan kan rukutame yoo ta’u ( bakka dhaloo. Aanaa Amboo ganda ganjiifi gooroo horee) innilleen karaa hospitalaa deemuu dhabee rakkataa jira.
– Barataa Abarraa Sisaayee Hayilee bakkuma armaan Olitti ibsametti rasaasaan kan rukutame yommuu ta’u (bakka dhalootaa Ganda Galan waddeessaa)
– Dargaggoo ammaaf maqaansaa nun qaqqabne akka malee miidhaa karaa Aanaa bakkee mana yaalaa qaqqabsiisuudhaaf gateetti uummataan baatamee deemee jira!
Namoonni 60 ol ta’anis qabamanii waajira poolisii Aanaa Amboo kan magaalaa Amboo ganda 03 tti dararamaa jiru kan sababa reebichaatiin miidhaan cimaan irra gahes wal’ansa dhabanii haala yaaddeessa keessa jiru!”

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here