HUBACHIISA

0
261

Wayyaaneen poolisoota dhalootaan saba biraa ta’an akka ilmaan Oromoo rukutan ajajuun Oromoof saboota biroo walitti baasuuf tooftaa baafattee jirti.

Wayyaaneen poolisoota dhalootaan saba biraa ta’an akka ilmaan Oromoo rukutan ajajuun Oromoof saboota biroo walitti baasuuf tooftaa baafattee jirti.

Tooftaa kanas har’a Harargeefi Wallagga keessatti hojitti hiikuu eegaltee jirti. Tooftaa kana fashalsuu tarsiimoo qabsootiif akkan barbaachisaadha. Poolisin takkaahuu loltuun nama dhahe ofii itti gaafatama malee maatiis ta’e sabni isaa itti hin gaafatamu.

Kanaafu qiiqiin kaka’uudhaan walitti bu’iinsi akka hin uumamne of eeggannoo cimaa goochuu barbaachisa.

Hubadhaa qabsoon Oromoo kan sirna cunqursaafi hattuu irratti godhamu malee kan saba biraa irratti godhamuu miti.

Hubadhaa qabsoon Oromoo kan sirna cunqursaafi hattuu irratti godhamu malee kan saba biraa irratti godhamuu miti. biraa nu waliin jiraatu nageenya isaa mirkaneessuundirqama qabsooti.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here