Daily Archives: 2017/03/10
Ummata Gabrummaa Jala Jiruuf Furmaanni Qabsoo Qofaa dha!
Baarentuu Gadaa Irraa
Gabrummaa jala jiraachuun du’aan gararraa, jiraan garjallaa akkuma jedhamu san akkaan hammaataa dha. Namni gabrummaa jala jiru; jiruun isaa jiruu jireenyaan gadiiti. Kan kiyya...