
Biyyuma keetirratti ‘afaan keetin haasawuu siif hayyame’ jedhee si sossobuun lafaafi laga keetis saamuu feeti wayyaaneen. Itti hin dhiisin.
Ergaa Biyyarraa Madde
===================
“Finfinnee fi magaalota Oromiyaa maqaansaani Afaan Oromoo Irra Gara Afaan Habashaatti Jijjiirame 130 tahan kunooti. Waliif Dabarsa.
““`~~~~““~~~~““`~~~~`♡
1. FINFINNEE – Addis Ababa
2. AGAMSA – Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA – Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA – Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO – Piassa
6. Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii – Meksiikoo
8. CALCALLI – Saar-bet
9. DAALATTII – 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE – Inxooxxoo
11. GARBII – Senga-taraa
12. GOLBOO – Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO – Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII – Jaan-Meedaa
15. QARSAA – Kaasaanchis
16. ADOOLAA – Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA – Hagere Maariyaam
18. EJEREE – Addisaalem
19. ROOBAA – Nifaas Silk
20. ADAAMAA – Naaziret
21. CIROO – Asebe Teferi
22. BISHOOFTUU – Debre zeeyit
23. BOTEE-Maqii
24. BAATUU-Ziwaay
25. Amboo-Hagerehiwoot
26. Sabbataa-Alamganaa
27. Hoolotaa-Gannat
28. Walisoo-Gihoon
29. Tulluu eegduu-Menagesha
30. Haroo sabbuu-Alem teferi
31. Roobee-Goobbaa
32. Lammii-Lamii
33. Birbirsa-Georgis Church
34. Dhekkaa-Yeka
35. Dhooqa booraa-22 mazoria
36. Doobbii-Qacanee
37. Laga harree-Laga haar
39. Dabbassoo-mashalookiyaa
40. Haroomaayyaa-Alemaya
41. Bakkanniisaa-Mekanisa
42. Bookee-Bethel
43. Qarree Gowwaa- Gohatsion
44. Haxaa`ii- Axaayyee
45. Abbaa Guuguu- Aarbaa guuguu
46. Dirree Dho`aa- Dire dawa
47. Karaa Maraa- Kaarra Maarraa
48. Sa`a Gurree- Saaguree
49. Naqaadallaa- Maqdela
50. Melka jaldu- Melka Jebdu
51. Naqqamtee- Lekemte
52. Karaa Qoree-Karaa Qorree
53. Illuu Abbaa Booraa-illuubaaboor
54. Oboraa-Waabaraa
55. Dhedheertuu-Dertu
56. Yaa`a bal`oo-Yabello
57. Qolan Koomii-Welenkomi
58. Hara Dambal-Zway
59. Cuqqaalaa-Ziqualla
60. Mataaharaa-Metehara
61. Arsii-Aruusii
62. Bishaan Diimaa-Bisdiimoo
63. Goobaa-Gobbaa
64. Qoqaa-Koqa
65. Mandayyoo-Fasil Awuraja
66. Bishaan Dhinsaa-Yilman Dinsa
67. Haqaaqi-Akaki
68. Irreensaa-Gudeellaa
69. Shaamboo-Shaambuu
70. Ilaalibalaa-Lalibela
71. Fincaa`aa-Finca
72. Abboomsaa-Tinsa`e birihan
73. Hora-Filwuha
74. Hawaas-Awash
75. Qaalluu-Kality
76. Laga Qamalee-H/Giorgis Dildiy
77. Wal-arga-Wellega
78. Tulluu Daalattii-Tiliku Betemengis
79. Addababa`ii-Adebabay
80. Qilee-Asko
81. Suluula Garbii- T/Haimanot
82. Awwaaroo-Aware
83. Adaamii-Rufael
84. Sheik Hojole/Didiimtuu-Shego
85. Waddeessa-Chercher Godana
86. Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
87. Lumee-St- Joseph
88. Labuu-Siga meda/Tatek
89. Laaftoo Tumtuu-Buna Board
90. Tulluu Dheertuu-GofaBetemengist
91.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
92. Laalii-Intoto Mariam
93. Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
94. Caffee Muudaa-Lideta
95. Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
96. Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer & Beklobet
97. Dhummuugaa-Ginfille
98. Fiichee-Xalian mishig
99. Golbaa-Addis ketema
100. Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101. Harawa-kaca Fabirika
102. Harbuu-Gurd Shola
103. Harbuu Irreessaa-Ras Hailu Sefer
104. Hulluuqa Kormaa-Istifanos
105. Jaajaa-Bihere Tsige
106. karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
107. Burqaa Qorichaa-i Michael,Around Kebena river
108. Hurufa Raaree-Around Bus Station
109. Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus & Betekiristan area
110. Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embassy
111. Caancoo/Arsii-Debre Selam
112. Bulikaa-Bulga
113. Collee-Debre Sina
114. Dheedheeraa-Dadar
114. Erar-Yarar
115. Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
116. Hankoober-Ankober
117. Goodaa Boombii-Tatek Defer
118. Bubbee-Yirga Dejen
119. Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
120. Haadha Adii-Adaadii
121. Walda`a-Woldiya
122. Madaaroo-Ayertena
123. Kuukkuu-Hagere Marian
124. Jajjuu-Yejjuu
124. Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
125. Tulluu Maraa- Tulluu Amaaraa
126. Wacaalii-Wucaalee
127. Waabee Shabal-Waabee Shebele
128. Malkaa Abbooshee-Baambiis
129. Mandooyyee/Baalee-Faasiil
130. Xarroo-Atana Tera.”
~Firomsa Sabaa.