Gabaasa buqqaatota Mooyyalee gargaaruuf horii walitti qabamerratti dhiyaate

0
519
Thank you for contributing to this noble cause, God bless! Down Down to Tigray fascism!!

(ለአማርኛና እንግሊዘኛ ዝቅ ብለው ይመልከቱ —Plz scroll down for Amharic & English)
____________

Duraan dursinee warraa buqqaatota kanniin gargaaruuf qarshii gumaachitan akkasumas karaa addaa addaatiin gargaarsa gootaniif galata galfanna –horaa bulaa isiniin jenna!

Gareen duula horii walitti qabuu kana keessatti hirmaatan marii bal’aa irra deddeebi’nii erga godhanii booda horii walitti qabame kana bakka saditti qoodamee warra gargarsa kana argachuu maluuf deemuu akka qabu murteessee jira. Isaanis:
.
1) Waldaa Fannoo Diimaa Keeniyaa (Kenyan Red Cross Society)–$10K: Waldaan kun guyyuma jalqabaa buqqaatotni kunniin achi dhaqqabanirraa kaasee isaan gargaaraa tureera. Kanaaf horii walitti guurre kanarra hanga tokko isaanitti erguudhaan jajjabeessuun barbaachisaa ta’a.
.
2) Good Deeds Charity–$30k: Dhaabbata tola-ooltummaa (charity org) kan biyya USA keessattis galmaa’ee jiru dha. Dhaabbatni kun dhaabbata Oromoo yoo ta’u kanaan duras naannoo buqqaatotni jiran sanitti hojiiwwaan tola-ooltummaa (charity) kan hojjataa ture dha.
.

3) Garee bakka buutota dubartootaa naannolee kan biyya Keeniyaa (county women reps in Kenya) Isiolo fii Mersabit, kan Kabajamoo Safiyaa Adam fii Kabajamoo Rahimaa Jaldeessaatin durfaman —$42K: Buqqaatota gargaarsi kun godhamuu qabuuf keessaa dhibbataan saddeettamaa oli daa’immaniif dubartoota yoo ta’an, gareen Safiyaaf Rahiimaa kunniin hanga yoonaatitti gargaargaarsa guddaa godhaafit turan. Kanaafis hedduu isaan galateeffanna. Jabaadhaa jennaan!
___

Garee sadeenuu galateeffachuu barbaanna. Qarshii ummata bal’aarraa walitti qabnee itti ergine kanas imaanaa fudhachuudhaan ummata keenya naannoo Mooyyaleerraa buqqa’anii rakkina keessa jiraniif akka nuuf dhaqqabsiisan abdii jabaa irraa qabna.

________

በቅድሚያ በዚህ በወያኔ ሰራዊት ጥቃት ምክኒያት ከቦታቸውተፈናቅለው ወደ ኬኒያ የስደተኞች ካምፕ ለሸሹት የሞያሌ አካባቢ ነዋሪዎች ድጋፍ ለማድረግ በተቀናጀው በዚ የእርዳታ ማሰባሰብ ዘመቻ ላይ ገንዘብ በማዋጣትና በተለያየ መልኩ እርዳታ በማድረግ ለተሳተፋቹ ወገኖቻችን በሞላ ልባዊ ምስጋና ማቅረብ እንወዳለን።

ይሄንን የገንዘብ ማሰባሰብ ዘመቻ ያቀናጀነው ሰዎች (በዋናነት እኔ ራሴ የመራውት ቡድን)፣ ቢያንስ አምስት ጊዜ ባደርግነው ውይይትና ክርክር በዚህ ዘመቻ ላይ የተሰበሰበው ገንዘብ ከወጪ ቀሪ ለሚከተሉት ሶስት አካላት ተከፋፍሎ እንዲላክ ወስነናል።

1) የኬኒያ ቀይ መስቀል ማህበር ($10k): ይሄ ማህበር ከሞያሌ የተፈናቀሉ ወገኖቻችን እዛ ከደረሱበት ቀን ጀምሮ እርዳታ ሲያደርግላቸው የነበረ ነው።
.
2) የመልካም አድራጎት ድርጅት (Good Deed Charity) የተባለውና ባከባቢው ላይ ከዚ ቀደምም የሰብዓዊ እርዳታ በማድረግ የሚታወቅ በአሜሪካ ህግም ጭምር የተመዘገበ ነው ($30K)።
.
3) በሰፊያ አደምና ራሂማ ጀልዴሳ (የተከበሩ) የሚመራው በኬኒያ የሁለት ክልሎች አስተዳደር የሴቶች ተወካይ ቡድን ($42K)። ከተፈናቃዮቹ ሰማኒያ በመቶ የሚሆኑት ሴቶችና ህጽናት መሆናቸውን አለም አቀፍ ሚዲያዎችም የዘገቡት ነገር ነው። እነዚ የኬኒያ ኦሮሞ ሴቶች ባልስልጣናት ቡድን ከመጀመሪያው ቀን ጀምሮ ተፈናቃዮቹን እየረዱ ያሉ ናቸው።
.
ይሄንን ገንዘብ የላክንላቸው ከላይ የተጠቀሱትን ሶስቱን ቡድብኖች ስደተኞቹን በመርዳት ረገግ እያደረጉ ላሉት አስተዋጾ ልናመሰግናቸው እንወዳለን።
______

First of all, we would like to extend our heartfelt gratitude and appreciations for all our donors and supporters in the fund raising campaign we organized to support those who were massively displaced from Moyale, Borena Zone because of the attacks by TPLF’s agazi military. Thank you for your generous donations and follow up supports.

.
After multiple sessions of discussions and deliberations, the fund raising group, as led by myself, have decided to divide the money raised (less communications and over heads and wiring expenses) into three and send it to the following group on the ground:

1) Kenyan Red Cross Society (KRCS)– KRCS has been helping our people since the first day of their arrival there in the refugee camps. We say thank you to them and support their humanitarian endeavors ($10K).
.
2) Good Deeds Charity ($30K): An Oromo-led Non-profit Organization, also registered in the USA, and having extensive presence in Moyale area with a track record of humanitarian assistance in that locality.
.
3) A group of Oromo women reps in Kenyan counties (Isiolo and Mersabet) as led by Hon. Safia Adam & Hon. Rahima Jaldessa ($42k): Among the displaced are about 80% women and children and Hon. Safia Adam & Hon. Rahima Jaldessa have been spearheading in mobilizing resources from local sources to help and support these groups. They have done good job indeed. We wanted to support them.
_________
We thank all of these groups and hereby bestowed the trust upon them to use this money contributed by the public for the noble humanitarian cause they are already pursuing for so long.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here