Gabaasa buqqaatota Mooyyalee gargaaruuf horii walitti qabamerratti dhiyaate

Thank you for contributing to this noble cause, God bless! Down Down to Tigray fascism!! (ለአማርኛና እንግሊዘኛ ዝቅ ብለው ይመልከቱ ---Plz scroll down for Amharic & English) ____________ Duraan dursinee warraa buqqaatota kanniin gargaaruuf qarshii gumaachitan akkasumas karaa addaa addaatiin gargaarsa gootaniif galata galfanna --horaa bulaa isiniin jenna! Gareen duula horii walitti qabuu kana keessatti hirmaatan marii bal'aa irra deddeebi'nii erga godhanii booda...

New Day in Ethiopia: Ethiopia’s new Prime Minister is Abiy Ahmed

New Day in Ethiopia! Hello Everyone! Congratulations to all who love our country! What happened? How we got here? What it means? Where we should go from here and how? I hope we will look back and say this is (yesterday) day is the day, the nature of Ethiopian politics has changed. The change we are observing is something unimaginable only few weeks or months ago. It is the proof of Peoples’ Power. I want...

Fuel boycott in Ethiopia to stop the Tigray militia genocide

Afaan Oromo Waamicha Qeerroo Oromiyaa Irraa Dhiyaata! Wayyaaneen Labsii Yeroo Hatattamaa Paarlaamaa Isheetin kufe bifa seera dhabeessa ta’een hojiirra oolchuudhaan lubbuu uummata keenyaa galaafachaa jirti. Ajjeechaan suukaneessaan waraana Agaaziitiin uummata keenyarratti raawwatamu guyyaa guyyaadhaan dabalaa adeemaa jira. Waan kana taheef akka Qeerroo Oromootti tarkaanfii fudhachuun barbaachisaa taheera. Bifuma kanaan guyyaa kiibxataa Bitootessa 4/2010 irraa hanga Wiixata Bitootessa 10/2010 tti duulli dhiyeessa boba’aa...

HOT NEWS