Video

Grand Oromia Protests this Saturday, August 6, 2016

Grand Oromia Protests will going to shake the TPLF fascism this Saturday August 6, 2016. These are few of the solagan in the mind of Oromo activistis. Join us let us abolish the TPLF fascism of our life time. Say "NO" to minority Apartheid! Dhaddanowwan Mormii Sambata Adooleessa 30/2008 Oromiyaa Guutuu keeysatii gegeeyfamuuf deeman irrat qophaaha jiran. Isa kana fuchachuu...

Ebbaa Manguddo guyya gotota Oromo 2016 Cairo egypt

https://youtu.be/CCv8-i9VVJ8?list=PLD0B068370731FBD7

Karoora Tigree isa 2-ffaa (Plan B)

Kumsaa Walisoo irraa Akkuma uummanni Oromoo beeku, faashistiin Tigree biyya keenya (Oromiyaa) kan qabatte meeshaa waraanatti fayyadamuu qofa otoo hin taane, loltoota Shaabiyaa, loltoota ABO fi Dh. D.U.O. fi mootummoota warra lixaatti fayyadamteeti. Erga shira addaddaa Shaabiyaa wajjin xaxxee ABO qaama ce’uumsaa keessaa raayyaa lakkoofis isaa 20,000 olitti tilmaamamu akka mooratti dachaasee meeshaa hiikkatu taasiftee, warra siyaasaa hariyattee biyya dhuunfattee dabni...

HOT NEWS