Tag: maastar pilaanii addis ababa master plan finfinee
Boruu Barraaqaa:- Mootummaan Wayyaanee Dhimma Maastar Pilaanii Magaalaa Finfinnee kan Duraan...
Boruu Barraaqaatiin*
Dhimmi Maastar Pilaanii magaalaa Finfinnee amma dura eegalame mormii jabaa ummanni Oromoo godheen hambisiifamuu danda’ee akka ture ni yaadatama. Yeroo sanitti dabballoonni OPDO...